Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tarrafaa Darriboo Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Zhi Biingi waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin walta’iinsa gama lameenii caalmaan cimsuu fi hariiroo gama Inisheetiivii Gaanfa Afrikaan jirurratti mari’achuu ragaan Chaayinaatti Embaasii Ityoophiyaarra argame ni mul’isa.

Gama lameeniin sagantaa hojiirra oolmaa inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti walta’iinsaan hojjechuun murteessaa ta’uu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.