Fana: At a Speed of Life!

Arsii Lixaatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 2.5 oliin hojjetaman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaatti Pirojektoonni kuma 1 fi 545 Birrii biiliyoona 2.5 oliin hojjetaman eebbifamaniiru.

Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinna Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Arsii Lixaatti pirojektoota xumuraman eebbisuun hojii jalqabsiisaniiru.

Godinichatti pirojektoonni kunneen baajata mootummaa, dhaabbilee deeggarsaa, hirmaannaa ummataan, Birrii biiliyoona 2 fi miililiya 552 fi kuma 978 kan ijaaramaniidha.

piroojektiiwwan eebbifaman kunneen hawaasa kuma 98 fi 37 ol fayyadamoo taasisu jedhameera.

Jibiriil Huseentu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.