Fana: At a Speed of Life!

Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii haaraa galmeessuun injifate

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) -Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifateera.

Fageenyicha daqiiqaa 7 fi sekoondii 23 fi maayikiroo sekondii 81 xumuruun injifateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.