Fana: At a Speed of Life!

Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii Daayimand Liigii gufachiisa meetira kuma 3 injifatte

Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) –Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 marsaa 3ffaaf eda galgala Xaaliyaanii magaalaa Filoorensitti dorgomame injifatteerti.

Atleet Siimboo sa’aatii saffisaa bara kanaa galmeessuun injifatteerti jedhame.

Atileet Simboon dorgommicha daqiiqaa 9 fi maayikiroo sekondii 71n olaantummaan xumurteerti.

Atleet Zarfee Wandimmaaganyi ammoo sadarkaa 3ffaan xumuruu ragaan fuula Atleetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.