Fana: At a Speed of Life!

Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii Maaraatoonii Tookiyoon milkaa’aan

Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinuu dorgommii Maaraatoonii Tookiyoon milkaa’aniiru.

Dorgommii dhiirota gidduutti taasifameen Atleet Deessoo Galmeessaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa 5 fi sekoondii 22n xumururun 1ffaa ba ‘eera.

Atleet Mahaammad Isaa sadarkaa 2ffaa, Atleet Tsaggaayee Kabbadaa sadarkaa 3ffaan xumuraniiru.

Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen ammoo Atleet Tsahaay Gammachuu, Isheetee Bakaree fi Warqinash Iddoosaa walduraa dubaan 2ffaa hanga 4ffaatti ba’aniiru.

#Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.