Fana: At a Speed of Life!

Atleetoonni Itiyoophiyaa gulaallii meetira kuma 5niin xumuraaf darban

Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5n dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Itiyoophiyaa hunduu xumuraaf darbaniiru.

Atleet Hagos ramaddii isaarraa 2ffaa, Yoomiif Qajeelchaan 2ffaa fi Barrihuu Aragaawwiin 4ffaa ba’uun xumuraaf darbaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.