Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodooksii biyyoota addaddaatin kabajame

Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodooksii biyyoota addaddaatin kabajame.

Ayyaanichi Ityoophiyaa dabalatee, Eertiraa, Ruusiyaa, Boosiiniyaa, Heerzoo Gooviiniyaattis sirnoota garagaraatin kabajameera.

Raashiyaan hordoftoota amantaa Ortodooksii miiliyoona 90 qabdu; si’a sadi bishaan cabbiitti of cuubuun kabajdi.

Boosiiniyaa fi Heerzoo Gooviiniyaatti ammoo fannoo bishaanitti darbame qabachuuf dorgomii daakaa bishaanii taasisu.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.