Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni jijjiirraa baraa Yam kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba  Yam ‘Heeboon’ kabajamaa jira.

Hiikkaa baatii jalqaba bara haaraa jedhu kan qabu ayyaanichi bakka dhalattoonni sabichaa, anga’oonni olaanoon mootummaa federaalaafi naannoo argamanitti kabajamaa jira.

Saganticharratti saboonni garaagaraa hirmaachaa jiru.

Tamasgeen Allabbaachoofi Tasfaahuun Kabbadaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.