Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Addunyaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 907 taasiisuuf Ministeera Maallaqaa waliin waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa Proojektoota Ityoophiyaatti hojjetaman sadiif kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 907 taasiisuuf Ministeera Maallaqaa waliin waliigaltee mallatteesseera.
Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Baankii Addunyaatti daayreektarri Afrikaa Bahaa Miistar Osmaan Diyoon walii galticha mallatteessaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.