Fana: At a Speed of Life!

Baatiiwwan jahan darbanitti haleellaawwan Saayibaarii 4400 ol fashalaa’uun ibsame

Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)-Baatiiwwan jahan darbanitti yaalii haleellaawwan saayibaarii kuma 4 fi 623 taasifame keessaa kumni 4 fi 493 fashala’uun ibsame.

Daayrektarri Bulchinsa Nageenyaa Odeeffannoo Obbo Solomoon Sokkaa raawwii baatiiwwan jahan darbanii ilaalchisuun ibsa kennaniiru.

Ibsaa isaaniin, baatiiwwaan jahan darbanitti yaaliin haleellaawwan saayibaarii kumni 4 fi 623 taasifamuu ibsan.

Kanneen keessaa kumni 4 fi 493 yookaan %98.56 fashalaa’uu dubbataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.