Fana: At a Speed of Life!

Bakki irreeffannaa Doloolloo Buddeenaa qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Finfinneetti bakka irreeffannaa Doloollo Buddeenaa jaarsolii biyyaa, namoota bebbeekamoo fi jiraattota waliin ta’uun qulqulleessuu Kantiibaan Magaala Finfinnee Adaanecha Abeebee ibsan.

Kantiibaa Adaanecha tooraa miidiyaa hawaasumma isaaniin akka jedhanitti “Ayyanoonni keenyaa qabeenyaa waloo, hunduu kan ittiin boonnu, calaqqee waliin jireenyaa fi iccitii waliin jireenyaa baroota dheeraaf fulla’ee, ibsituu waliif yaaduu fi walkabajaa dhalootaa ammaa dhaalchisnuudha” jechuun eeraniiru.

Dabalataan hunduu walitti dhiyeenyaan, waliin jireenyaa cimsaa, tokkummaa mirkaneessuun kabajuu qabna jedhaniiru.

Ayyaana irreechaa hawaasni miira tokkummaatiin waliif yaaduu fi walkabajaan akka kabajan waamicha dhiyeessiiru.

Ayyaanota eeguun Magaalaa Finfinnee giddugala hokkaraa taasisuuf daldaltoota hookkaraa dammaqinaan saaxiluu qabna jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.