Fana: At a Speed of Life!

Balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun ogeeyyii Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa 4 darbe

Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti ogeeyyii Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa hojiirra turanirra balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera.

Balaa qaqqabe hordofee Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan gaddi itti dhaga’amuu ibsuun, maatii fi firoottaan isaaniif jajjabina hawwaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.