Fana: At a Speed of Life!

Bara kana barattoota miiliyoona 1’f waraqaan eenyummaa dijiitaalaa ni laatama

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Bara kana barattoota miiliyoona 1’f waraqaan eenyummaa dijiitaalaa ni laatamaa jedhameera.

Ministeerri Barnoota dhaabbata idil addunyaa ‘Input Out Put HK Limited’ jedhamuu waliin barattootaa fi barsiisootaaf waraqaa eenyummaa dijiitaalaa laachuuf kan dandeessisuu sanada waliigaltee mallatteesseera.

Waliigalticha Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeseer Birhaanuu Naggaa fi hoji gaggeessaan dhaabbatichaa Chaarliis Hoop waliin mallatteessuu ragaan Ministeericharraa argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.