Fana: At a Speed of Life!

Birriin miiliyoonni 1.2 ol ABUTtiif darbuuf ture to’atame

Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Birriin Miiliyoonni 1.2 ol garee ABUTtiif darbuuf ture Godina Goondaritti to’atamuu ibsame.
ABUT lootee seentoota qopheessuun maallaqaa fi meeshaalee dabarfachuuf yaaliin taasiise hordoffii cimaa qaamolee nageenyaa fi ummaataan fashalaa’uu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Bayyadaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.