Fana: At a Speed of Life!

Biyya keenyatti barumsii fi qorannoon ammayyawaa qonnaa erga jalqabame waggoota 70 ol ta’eera-Dooktar Abiy

Finfinnee, Hagayya 25, 2012 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad diinagdee keessaa dameen furtuu ta’e jijjiirrama caasaa fiduuf itti hojjatamaa jiru tokko qonnadha jedhaniiru.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaanitiin akka beeksisanitti, biyya keenyatti barumsii fi qorannoon ammayyawaa qonnaa erga jalqabame waggoota 70 ol ta’eera jedhan.

Haata’uutii qotiisa qotiyyoo fi humna qotee bulaa irraa addaan bahee gara galtee indastirii fi qabeenya horutti hin cene.

kana jijjiiruuf ammoo shoorri kalaqa damee dhunfaa ijoo fi barbaachisaadha jedhan Dooktar Abiy.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.