Fana: At a Speed of Life!

Boordichi adeemsa Filannoo ilaalchisee hoggantoota olaanoo Paartilee Siyaasaaf ibsa laate

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa bakka hoggantoonni boordichaa, hoggantoonnii paartiilee Siyaasaa olaanoo fi miidiyaaleen argamanitti adeemsa Filannoo waliigalarratti ibsa taasiiseera.
Waltajjicha walitti qabduun Mana Maree Waloo paartilee Siyaasaa Dooktar Raaheel Baafee haasawaan bananiiru.
Adeemsa hojii boordichaa fi qophummaa isaa ilaalchisee kutaaleen hojii boordichaa ibsa akka itti laatan ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.