Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisan.
Bulchiinsa magaalichaatti Proojektoonni Manneen barnootaa,Buufanni fayyaa, bishaan dhugaatii fi daandii dabalatee Proojektoonni 21 Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 95’niin hojjetaman eebbifamuun tajaajila hawaasaaf banaa ta’uu kaantiibaan bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Aadde Habiibaa Siraaj dubbataniiru.
Sirna eebbichaa booda jilli obbo Shimallisiin durfamu Biqiltuu dhaabeera.
Iddoosaa Abdiitu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.