Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 gaggeesse

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeesse.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebeen gabaasa raawwii hojii dhiyeessaniiru.
Gamaaggamni gaggeeffame galma akka magaalichaatti kaa’ameen kan madaallamu ta’uu Dooktar Abiy ibsaniiru.
Gamaaggamni raawwii hojii kun kan itti fufu ta’uu Dooktar Abiy Fuul Feesbuukii isaaniini ibsaniiru.
Raawwii hojii fi proojektootaa ji’a jahaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee galma kaa’ame waliin walbira qabanii gamaaggamuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.