Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa giddugala xiyyeeffannoo dubartootaa fi daa’immanii fi waldaa tola oltootaa Mudaayiif deeggarsa maallaqaa fi meeshaalee taasise

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)-Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee giddugala xiyyeeffannoo dubartootaa fi daa’immanii fi waldaa tola oltootaa Mudaayiif deeggarsa maallaqaa fi meeshaalee taasiseera.

Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aaddee Adaanach Abeebee giddugaloota lameeniif ijaarsa dhaabbileef kan ooluu eeyyamaa bakkaa bulchinsaa magaalichaan murta’eef ifoomsaniiru.

Aadde Adaanach of caalaa kan biroof jiraachuu hojiin kan argasiisaan waldaaleen tola oltootaa kanneenii galannii ni malaaf jedhaniiru.

Bulchiinsi magaalichaa giddugalaa xiyyeeffannoo dubartootaa fi daa’immanii fi waldaa tola oltootaa Mudaayiif iddoo ijaarsa giddugalaa kunuunsaa fi dandamaannaatti ijaaruuf laftii qophii ta’uu himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.