Fana: At a Speed of Life!

Caccabaan qaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa badee ture argame

Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Caccabaan Qaaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa F-35 jedhamu badee ture Kaaba Kaaroolaayinaatti argamuu Humni Waraanaa biyyattii beeksise.

Caccaabaan kun Kaarolaayinaa Kibbaa naannawaa baadiyyaa bakka Wiiliyaam Isbargi jedhamutti argamuu Al Jaziiraan gabaaseera.

Balaliistonni xiyyaarattii balaan mudachuun dura Chaarlastan Kaabaatti Paaraashuutiin bu’uun lubbuun oolchaniiru.

Jeettiin Waraanaa gatiin isaa Doolaara miiliyoona100 yookaa Birrii Itiyoophiyaa biiliyoona 5.5tti tilmaamamu kun lafa bu’e wallaallamee ture.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.