Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan saatalaayitii LSAR jedhamu gara hawaatti furguggiste

Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Chaayinaan saatalaayitii “LSAR” tajaajila qorannoo lafaaf oolu gara hawaatti furguggisuu ibsame.

Saatalaayitichi guyyaa har’aa sa’aatii 7:44rraatti gidugala saatalaayitii Jiiyuukuwaan jedhamurraa furguggifamuu ibsameera.

Saatalaayitiin dandeettii lafa biyyattii safaruuf kan gargaaran odeeffannoowwan murteessoo ni safara jedhameet eegama.

Satalaayitichi ulfaatina toonii 3.2 kan madaaluu fi bal’ina kaareemeetira 33 kan qabu ta’uu ibsameera.

Saatalaayitiin kun qorannoowwan lafaa hedduu biyyattiin gaggeessite mirkaneessuu kan dandeessisuu fi qorattoonni bakkeewwan bosonaan uwwifaman irratti bal’inaan qorannoo akka taasisaniif kan isaan tajaajilu ta’uu ibsameera.

Maddi:- CGTN

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.