Fana: At a Speed of Life!

Daa’imman hidha jallisii daakuuf seenan 3 lubbuu isaanii dhaban

Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Magaalaa Dabra Birihaanitti daa’imman hidha jallisii daakuuf seenan 3 lubbuu isaanii dhaban.

Ittigaafatamaan Waajjira Poolisii Kutaa Magaalaa 1ffaa Inispeektarri olaanaa Minwiyyeellat Cinqilloon Tajajaila Oduu Ityoophiyaatti akka himanitti, daa’imman sadan lubbuu isaanii kan dhaban hidha jallisii naannoo bataskaana Asaas Maariyaamitti argamutti.

Reeffi daa’imman lamaa yoo argamu, kan tokkoo barbaadama ajiraachuus ibsaniiru.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.