Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qaallittii – Bulbulaa – Addabaabayii Qilinxoo tajaajila Tiraafikaaf banaa ta’e

Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qaallittii – Bulbulaa – Addabaabayii Qilinxoo tajaajila Tiraafikaaf banaa ta’uu Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Daandiin kun Kiiloo Meetira 10.5 kan dheeratu yoo ta’uu, meetira 40 – 60 bal’ina qabaachuu eerameera.

Ijaarsi Fiizikaalaa daandichaa yeroo ammaa % 92.5 xumuramuu Abbaan taayitichaa ibseera.

Hojii Halluu dibuu, ijaarsa daandii lafoo fi Ibsaa hafe yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf hojjetamaa jiraachuu ragaan Abbaa Taayitaa Daandiwwanii magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.