Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa talaallii vaayrasii koroonaa gara Biraaziilitti imalchiise

Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 3.5 Shaangaay gara Biraaziil Saa’oo Paalootti imalchiiseera.

Hojii raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa obbo Tawaldee Gabra Maariyaam, daandiin qilleensichaa weerarri vaayrasii koroonaa erga muul’dhateerraa eegalee tattaaffii vaayrasichaa ittisuuf taasifamuu tumsuuf gaheesaa ba’aa jira jedhaniiru.

Hanga ammatti talaallii covid-19 miiliyoona 20 ol biyyoota 20 ta’aan oliif imalchiiseera jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.