Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa ariifachiisaan tooniin 20  Magaalaa Shiree qaqqabuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa ariifachiisaan tooniin 20 naannoo Tigraay Magaalaa Shiree qaqqabuu Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa beeksise.

Deeggarsichi toonii 20 ta’uu eeruun, lammiilee haala rakkisaa keessa jiraniif kan raabsamu ta’uu korichi gama miidiyaa hawaasummaasaan beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.