Fana: At a Speed of Life!

Dhalattoonni Naannoo Tigraay Finfinnee jiraatan hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessan

Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) – Dhalattoonnii Naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessaniiru.

Hiriirtoonni kunneen ummanni Tigraayii fi gareen shororkeessaa ABUT tokkoo miti,ummanni Tigraay Ityoophiyaanoota sabboontota,mootummaan Ummata naannoo Tigraay keessa jiraatan akka bilisoomsu ni gaaffanna dhaadannoowwan jedhan dhageessisaniiru. .

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.