Fana: At a Speed of Life!

Diinni iddoolee weeraree turetti miidhaa olaanaa qaqqabsiiseera – Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Diinni iddoolee weeraree turetti miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Diinni iddoolee weeraree turetti xinsammuu hawaasaa miidhuuf ta’e jedhee dhaabbilee amantaa fi meeshaalee amantaalee barbadeessuu Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Salamaawiit Kaasaan ibsaniiru.
Qaamoleen osoo hin beekinis ta’ee osoo baakanuu ta’e jedhanii labsii yeroo ariifachiisaa darbaa jiran gochichaarraa akka of qusantan yaadachiisaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.