Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Buufata Doonii Yaangishaan daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaayinaatti Buufata Doonii Yaangishaan Shaangaayitti argamu daawwataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Chaayinaatti daawwannaa hojii taasisaa jiraachuun ni beekama.

Turtii isaaniin Shaangaayitti Buufata Doonii Yaangishaan daawwataniiru.

Kana malees Giddugala Gabaa Istookii fi Huuwaawee daawwachuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.