Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Fooramii “Belt and Road” irrtti haasawaa taasisa

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna baniinsaa Fooramii “Belt and Road” irratti haasawaa taasisaniiru.

Haasawaa isaaniin bu’uuraa fi guddina baroora dheeraa lakkoofsisuu hariiroo chaayinaa-Afrikaa kaasaniru.

Ardii Afrikaatti walta’iinsaa cima raawwiin bu’uuraalee misoomaa inisheetiivii “Belt and Road” kaa’ee ibsaniiru.

Dandeettiin dhiibbaa uumtummaa Afrikaa dabalaa jiraachuu kan ibsan Doktar Abiy, hirmaachisummaa waltajjiiwwan dameelee hedduu mirkaneessuun barbaachisaa ta’uu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.