Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Dooktar Usmaan Diyoon galateeffatan

Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Dooktar Usmaan Diyoon galateeffataniiru.

Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin barreessaniin, Baankiin Addunyaa waggoottaan darban deeggarsa adda adda Itiyoophiyaaf taasiisaa tureef galateeffataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.