Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy kaffaltoota gibiraa olaanoo fi abbootii qabeenyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kaffaltoota gibiraa olaanoo fi abbootii qabeenyaa waliin mari’ataniiru.

Hawaasni Diinagdee Dhuunfaa, keessattuu kaffaltoonni Gibiraa amanamoon guddina Diinagdee biyyaa keessatti qooda olaanoo qabaachuu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Har’a ganamas kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’an kanneen waliin dhimmoota ijoo ta’anirratti marii taasiifneerra jedhan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.