Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Illeenii Gabramadiin sosochii danbiiwwan naamusa hojjettoota Siviil Sarvisii dhiitu keessatti qooda fudhatan

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Dooktar Illeenii Gabramadiin sosochii danbiiwwan naamusa hojjettoota Siviil Sarvisii Idil addunyaa  dhiitu keessatti qooda fudhataniiru.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhiyeenya gara hoggansaatti kan dhufan Dooktar Illeenii Gabramadiin danbiiwwan naamusa hojjettoota Siviil Sarvisii Idil addunyaa dhiituun daba mootummaa humnaan jijjiiruuf taasifamu keessatti hirmaataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.