Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Injinar Habtaamuun Ministira Qonnaa Turkii waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtaamuu Ittafaan Ministira Qonnaa Turkii waliin dhimmoota misooma Bishaanii, Inarjii fi raaga haala qilleensarratti mari’ataniiru.

Dooktar Injinar Habtaamuun, yaa’ii Bishaanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa Magaalaa Niwuu Yoorkitti gaggeeffamaa jiru cinaatti marii kana taasisuu ragaan Inistiityuutii Raaga Haala Qilleensaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.