Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaan sadarkaa idil addunyaatti dura teessuu gargaartuu dhaabbata deeggarsa maallaqaa taasiisu ‘JFF’ ta’uun muudaman

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaan Taaddasaan sadarkaa idil addunyaatti dura teessuu gargaartuu dhaabbata deeggarsa maallaqaa taasiisu ‘JFF’ ta’uun muudamaniiru.

Dhaabbaanni sadarkaa idil deeggarsa maallaqaa taasiisu ‘JFF’ jedhamu kun Baankii Addunyaa jalatti kan argamu yoo ta’u,Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootarratti hojjeta jedhameera.

Dhaabbatichi bara Faranjootaa 2015 kan hundaa’e yoo ta’uu, biyyoota galii gadi aanaa qaban 36f deeggarsa maallaqaa kan taasiisu ta’uu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.