Fana: At a Speed of Life!

Doolaarri Ameerikaa kumni 51 ol karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture to’atame

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Doolaarri Ameerikaa kumni 51 ol karaa seeraan alaa biyya keessaa ba’uuf ture to’atameera.
Konkolaataa Minibaasii ummataan Jigjiigaarraa ka’ee osoo gara Somaalee Laanditti imalaa jiruu sakkattoo taasifameen Doolaarri Ameerikaa kumni 51f dhibba 700 to’annoo jala ooluusaa Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Maallaqni seeraan alaa kun kan to’atame buufata to’annoo Gumurukaa Toogoo Wucaaleef eeruun kennamuun ta’uun ibsameera.
Doolaarichi Birrii Ityoophiyaatin miiliyoona 2fi kuma 56 fi 62 akka ta’ u ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.