Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniya lamaaniinuu
milkaa’aniiru.

Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Siraanash Dajanee sadarkaa 1ffaa yoo baatu, Atleet Alemnesh Hiirpaan ammoo sadarkaa 2ffaan xumurteerti.

Dorgommii Maaraatoonii dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleet Dheeressaan Galataa Ulfaataan sadarkaa 1ffaa ba’eera.

Magaalaa kanatti erga bara Faranjootaa 2019 as Atleetoonni Ityoophiyaa har’a yeroo jalqabaaf kan milkaa’an ta’uu ibsameera.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.