Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiin Priimeyar Liigii kubbaa miilaa dhiiroota Ityoophiyaa baatii Muddee ni eegala

Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Dorgommiin Priimeyar Liigii kubbaa miilaa dhiiroota Ityoophiyaa baatii Muddee 3, 2013 akka eegaluu Sheer kaampaaniin Priimeyar Liigii Ityoophiyaa ifoomseera.

Kaampaanichi weerara vaayrasii koroonaa keessa ta’uun dorgoommi Priimeyar Liigii Ityoophiyaa eegaluuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hojii qophii duraa raawwachaa akka jiru beeksiseera.

Qophicha bu’uura godhachuun dorgoommichi Muddee 3, 2013 akka eegaluu kilaboota hirmaataniif beeksiisu ragaan komishiinii Ispoortii FDRI irraa argame ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.