Fana: At a Speed of Life!

Dubartii Afrikaa jalqabaa waancaa Addunyaarratti haadha murteessituu ta’uun seenaa hojjette, Saliimaa Raadiyaa Mukansangaa

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Murteessituu Ruwaandaa Saliimaa Raadiyaa Mukansangaan Waancaa Addunyaa Irratti hirmaachuudhan durbartii jalqabaa Afrikaa ta’uun seenaa galmeessiteerti.

Saliimaan bara 2018 murteessituu sadarkaa tokkoffaa taa’uun ishii fi waggoota afraan darbaniif muuxannoon gama kanaan qabdu waltajjiilee akka addunyaatti gaggeeffamaniif ishii qopheesuutu himama.

Mukansangaan dorgommii waancaa Afrikaa bara 2022 Kaameeruunitti gaggeeffamirratti gahumsa agarsiifteen dinqiisiifannaa hedduun argateerti.

Yeroo ammaas tapha waancaa addunyaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun murteessituu ta’uun seenaa hojjechaa jiraachuu ibsameera.

Maddi:-News York Times

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.