Fana: At a Speed of Life!

Dubartoonni  Aanaa Gaawoo Qeebbee hiriirri balaaleffannaa ABUT fi Shanee bahan

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gaawoo Qeebbeetti hiriirri balaaleffanna ABUT fi Shanee dubartootan geggeeffameera.

Aanaa Gaawoo Qeebbeetti hiriira balaaleffaannaa shororkeessitoota Shanee fi ABUT dubartoota aaniichaan gaggeeffameera.

Akka OBN gabaaseetti hiriira kanarratti Itti Gaafatamtuun Waajjira Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Aanichaa Addee Biraanee Gindaabaa akka jedhanitti, Kaayyoon hiriirichaa miidhaa Juuntaa fi shaneen biyya keenyaa irraan gahu akka nurraa dhaabbatuu fi Biyya ijaaramte jirtu diiguuf qaamoolee socho’an balaaleffachuu ibsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.