Fana: At a Speed of Life!

Dubartoonni Ministiroota lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aan daawwachuunf magaalaa Kombolchaa galan

Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 (FBC)-  Dubartoonni Ministiroota lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aan daawwachuuf magaalaa Kombolchaa galaniiru.

Dubartoonni kunneen garee shororkeessaa ABUT’tiin lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aan daawwachuufi jajjabeessuuf magaalichaa kan galan.

Ministirri Ministeera aadaa fi turiziimii Dooktar Hiruut Kaasahuun, Ministirri Ministeera Geejjiba aadde Daagimaawwiit Moogas, ministirr deettaa ministeera hojjetaa fi dhimmoota hawaasummaa aadde Ayaalech Isheetee fi kanneen biroon magaalaa Kombolchaa galaniiru.

Magaalaa Kombolchaas wayita ga’aan hawaasni naannichaa simannaa taasiseefira.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.