Fana: At a Speed of Life!

Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuul injifate

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi halkan kana taphatameen Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuu injifateera.

Liivarpuul yeroo murteessatti qabxii gatuu hordofee garaagarummaan morkattoota isaa waliin qabu bal’ateera.

Taphoota biroon Boornimaawuuz galchii 1 fi 0n Woolvis, Kiristaal Paalaas galchii 2 fi 0n Niwuukaastiil, Maanchiister Yuunaayitiid galchii 4 fi 2n Sheefiild Yuunaayitiid injifataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.