Fana: At a Speed of Life!

Emireetonni Araba Gamtoomanii fi Ministeerri Fayyaa wal harkaa fuudhiinsa ambuulaansii taasisan

Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Emireetonni Araba Gamtoomanii fi Ministeerri Fayyaa  walharkaa fuudhinsa Ambuulaansiiwwan 50 taasiisaniiru.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti  argamuun deeggarsa kana fuudhaniiru.

Dooktar Liyaan deeggarsa taasiifamee maqaa Ministeera Fayyaa fi Mootummaa Ityoophiyaatiin galateeffataniiru.

Mootummaan Emireetota  Araba Gamtoomanii Ityoophiyaa waliin hariiroo bara dheeraa qabaachuu Ityoopiyaatti ambaasaaddarri Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahammad Alrashiid ibsaniiru.

Gara fuulduraas deeggarsuchi kan itti fufu ta’uu ibsaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.