Fana: At a Speed of Life!

Faddaaltota gabaa jeeqan sirna gabaa keessaa baasuun ayyaanota dhufaniif qophii gahaan taasifamuu ibsame

Finfinnee, Eebla 2, 2015(FBC)- Faddaaltota gabaa jeeqan sirna gabaa keessaa baasuun ayyaanota dhufaniif qophii gahaan taasifamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasaqal Caalaan, guyyoottan 20 darbanitti oomishaalee ayyaanota Yaadannoo Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoosiifi Iid Al-Faxiriif barbaachisan gara magaalaa Finfinnee galchuuf naannolee waliin qindoominaan hojjetamaa turuu ibsaniiru.

Oomishaaleen kunneen gara magaalichaa seenaa jiraachuu eeraniiru.

Addisuu Muluneetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.