Fana: At a Speed of Life!

Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti.

Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay gooliiwwan lama Kiiliyaan Mbaappeen lakkoofsiseen Deenmaark goolii 2 fi 1n injifachuun marsaa itti aanuuf darbuu mirkaneeffatteerti.

Kiristeensi goolii injifatamuurraa hin oolchine Deenmaarkiif galcheera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.