Fana: At a Speed of Life!

Fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faan Atileetoonni meedaaliyaa Warqee, Meetii fi Nahasii argamsiisan

Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa fiigicha Qaxxaamura biyyaa Addunyaa 45faa meetira kuma 6n dubartoota gidduutti Sarbiyaa magaalaa Beelgireeditti gaggeeffameen Atileetoonni meedaaliyaa Warqee, Meetii fi Nahasii Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.

Atileet Maartaa Alamaayyoo Meedaaliyaa Warqee, Asaayyech Ayichaw Meetii fi Roobee Didhaa Nahaasii Itiyoophiyaaf argamsiisaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.