Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate

Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinee Kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 13tti manni jireenyaa jiguun lubbuun namoota 7 galaafate.
Balaan kun har’a Barii sa’aatii 11:00tti bakka addaa xaroo jedhamutti mudachuun miidhaa kana qaqqabsiisuu eerameera.
Manni jireenyaa nama dhuunfaa jiguun mana jireenyaa biroo duuba isaatti argamurratti miidhaa qaqqabsiisuu Hojii Raawwachiiftuun Kutaa magaalichaa Aadde Ayidaa Awwal dubbataniiru.
Malaakuu Gadiftu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.