Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Waldaalee Dayaaspooraa Ityoophiya hundaa’e

Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Gamtaan Waldaalee Dayaaspooraa Ityoophiya hundaa’e.

Gamtichi waldaalee dayaaspooraa kutaalee biyyatti gara garaa keessaa qindaa’uun hundaa’uu daayreekatarri olaanaa Ejansii Dayaaspooraa Ityoophiyaa Salamaawiit Daawiit ibsaniiru.

Waldaalee hojiiwwan naannoo isaniitti hojjetan akkuma jirutti ta’ee, dhimmoota hawaasummaa, diingaddee fi siyaasaa biyyaalessaarratti waloon hojjechuu akka danda’an taasisuu kan dandeesisudha jedhaniiru.

Ministirri Deettaan Dhimmaa Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo mootummaan waldaa daayaspooraa ijaaruun faayidaa argamsiisu qabachuu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.