Fana: At a Speed of Life!

Gareen jilaa Jibuutii Finfinnee seene

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Gareen jilaa Jibuutii Finfinnee seeneera.

Gareen jilichaa gara Finfinnee kan dhufeef walga’ii Koomishinii Ministiroota Waloo Ityoo-Jibuutiirratti hirmaachuuf ta’uu ragaan Ministeeraa Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Jilichi aanga’oota fi qondaaltota olaanoo mootummaa federaalaan simatamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.