Fana: At a Speed of Life!

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi 0 injifate

Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ga’umsa madaalliin gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi 0 injifateera.

Kana’aan Maarkinahi daqiiqaa 83ffaa irratti goolii galchuun gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa gitasaa akka injifatu taasiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.