Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli Misooma Albuudaa Ityoophiyaa hundaa’e

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – ‘Giddugala Misoomaa Albuudaa Ityoophiyaa’ mata duree jedhuun wixinummaa Ministeera Albuudaa fi Boba’aatiin Yuunivarsiitii finfinnee fi Mana Barumsaa Injiinaaringiitti hundaa’uu Ministirri Albuudaa fi boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa beeksisan.
Injiinar Taakkalaan “ Ityoophiyaan qabeenya ishee lafa jalatti qabattee kan jiraattu lafa badhaatuu akkasumaas jireenya ijoolleeshee foyyeessuu kan danda’u albuudoonni kabajamoon lafa ishee jalatti argamu” jedhan.
Daayreektarri giddugalicha gaggeessu Yuunivarsiitii Finfinneen kan mogga’u yoo ta’u, ministeerra albuudaa fi boba’an kan gaggeeffamu gaggeessaa waliigalaa kan laatu boordiin daayrektarootaa ni hundaa’a jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.